![]() Warra kana keessaa dureessii guddaan nama Naayjeeriyaa Aliko Dangoteti.Warshaatti duroosme,nama doolara biliyoona 20 fi miliyoona lamaan beekamu. Horiin jara 55n kanaa yoo walumatti deebisan doolara biliyoona 143 fi doolara miliyoona 88ti.Yoo silaa qoodatan nama tokko doolara biliyoona 2 fi miliyoona 600tti gahaa jechuu. Dureeyyiin Afrikaa bebeekamoon 55n tattana. ![]() Naayjeeriyaan dureeyyii akkanaa 20 qabdi, Afrikaan kibbaa 9 Masriin ammoo 8ti. ![]() WASHINGTON,DC - Afrikaan akka gabaasa African Ventur baasetti dureeyyii doolara biliyoona hedduu qaban qaban 55 qabdi.Äureeyyiin 55n tun biyya 10 keessa jiran.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |